Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!
Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!
Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Alkalmazások Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.
Iccitummaa:
Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu SIIF IBSA.
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna ITTI fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan SII fi Ilma Kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya ITTI fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa ITTI daataa Kee fayyadamnu hangi Tokko Isaan asii gadiiti:
Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf ITTI fooyyeffamu qo'ataniif ni Hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu Irra taphatamaa baruuf.
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo Tahan hin sassaaban.
Akkaataa ITTI ITTI fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-Galtee gamtummaa kan poolisii ITTI-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti Yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.
-----
Feed The Monster tanítja a gyermekeket az alapjait az olvasás Oromo. Gyűjtse szörny tojást és etetni őket leveleket, így nőhet új barátokat!
MI FEED THE MONSTER?
Feed The Monster használ bizonyított „játszani tanulni” technikák, hogy vegyenek részt a gyerekek, és segít nekik megtanulni olvasni. A gyerekek élvezik gyűjtése és egyre szörnyecske, míg a tanulás olvasás alapjait.
Ingyenesen letölthető, és hirdetéseket sem az app vásárlások!
Minden tartalom 100% -osan, készítette műveltség nonprofit szervezetek Curious tanulás, CET, és Alkalmazások Factory.
Játékban olvasás ösztönzése KÉSZSÉGEK:
• Szórakozás és magával ragadó phonics rejtvények
• Letter felkutatása játékok, hogy segítse az olvasás és írás
• Szókincs memória játékok
• Kihívó „hang csak” szinten
• Szülői helyzetjelentés
• Multi-felhasználó bejelentkezik az egyes felhasználók haladást.
• Collectable, evolvable és szórakoztató szörnyek
• célja, hogy elősegítse a társadalmi-érzelmi készségek
• Nincs in-app vásárlások
• Nincsenek hirdetések
• Nincs internet kapcsolat szükséges
Szakértői által kidolgozott a gyermek.
A játék alapja a több éves kutatás és a tapasztalatok figyelembe a tudomány a műveltség. Ez magában foglalja a kulcsfontosságú készségek jártasság, beleértve a fonológiai tudatosság, Letter Recognition, Phonics, szókincs, és a látvány szóolvasás így a gyerekek is egy erős alapot az olvasáshoz. Épül a koncepció gondozó gyűjteménye szörnyek, úgy tervezték, hogy ösztönözze az empátia, kitartás és szocio-emocionális fejlődés a gyermekek számára.